Popular Posts

Tuesday, January 28, 2025

Name it claim it Take it!

Name it claim it Take it!

“So Jesus answered and said to them, “Have faith in God. For assuredly, I say to you, whoever says to this mountain, ‘Be removed and be cast into the sea,’ and does not doubt in his heart, but believes that those things he says will be done, he will have whatever he says.”

‭‭Mark‬ ‭11‬:‭22‬-‭23‬ ‭NKJV‬‬

Jesus taught that we can speak to our mountains and have them removed. Jesus encouraged us to believe in God for the removal of our mountain by the word of our mouth.

Whoever believes in God will identify his need, look for a solution from the word, call it to be changed, and have the situation changed.

We look for the word to see the will of God for our lives. 

We have to believe God for it. Faith comes by hearing, and it comes by hearing the word of God. 

“So then faith comes by hearing, and hearing by the word of God.”

‭‭Romans‬ ‭10‬:‭17‬ ‭NKJV‬‬

Faith comes as soon as we know the will of God for our lives.

Once we know the will, we don’t stop thinking it will go away by itself.  We have actively claimed the desired result. Our confession must be aligned with our faith in our heart. We can't just believe and not confess thinking the work is done.

Once we confess what we believe from the word of God, we will have it.

It may take a while to manifest in the physical world, but in the spiritual, we have it already. We have to claim what we know the will of God for our lives is; we have to confess and call it into existence. And we will have it.

Name it claim it Take it!

Abiy Wakuma Dinsa

Thursday, January 2, 2025

ጸሎት እንዲመለስ የሚያደርገው

ጸሎት ከእግዚአብሄር ጋር መነጋገር ነው። ጸሎት ሊደረግ የሚችለው ከእግዚአብሄር ጋር በመግባባት ብቻ ነው። ጸሎት የሚሰምረው እንደ እግዚአብሄር አሳብ ስንጸልይ ብቻ ነው።

በአጠቃላይ ለእግዚአብሄር ያለን አመለካከት የጸሎታችንን ውጤታማነት ይወስናል።

ጸሎት ፍሬያማ የሚሆነው ለእግዚአብሄር የአምላክነት ስልጣን እውቅና በሰጠን መጠን ብቻ ነው። ጸሎት የሚሰምረው ከምስጋና ልብ ሲወጣ ብቻ ነው።

ሁልጊዜ ደስ ይበላችሁ፤ ሳታቋርጡ ጸልዩ፤ በሁሉ አመስግኑ፤ ይህ የእግዚአብሔር ፈቃድ በክርስቶስ ኢየሱስ ወደ እናንተ ነውና። 1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5፡17-18

ወደ እግዚአብሄር በጸሎት የመቅረብ አንደኛው ደንብ ወይም አሰራር ምስጋና ነው።

ልመናና ጸሎት ምልጃም መቅረብ ያለበት በምስጋና ብቻ ነው።

እንግዲህ እግዚአብሔርን በመምሰልና በጭምትነት ሁሉ ጸጥና ዝግ ለን እንድንኖር፥ ልመናና ጸሎት ምልጃም ምስጋናም ስለ ሰዎች ሁሉ ስለ ነገሥታትና ስለ መኳንንትም ሁሉ እንዲደረጉ ከሁሉ በፊት እመክራለሁ። 1ኛ ወደ ጢሞቴዎስ 2:1-2

አቢይ ዋቁማ ዲንሳ  Abiy Wakuma Dinsa        

#እግዚአብሔርንመምሰል #ኢየሱስ #ጌታ #ምልጃ #ቤተክርስትያን #አማርኛ #ስብከት #መዳን #መፅሃፍቅዱስ #ምስጋና #እምነት #አበሻ #አማርኛ #ሰላም #ደስታ #አዲስአመት #አቢይዋቁማ #አቢይዋቁማዲንሳ #እወጃ #መናገር #ኢትዮጲያ #ፀሎት #ሀበሻ #ምስጋና

Tuesday, December 24, 2024

Dhalachuun Yesus Raawwii Raajichaa Ture

Kanaafis Waaqayyo ofii isaatii milikkita isiniif in kenna; kunoo, durbi in ulfoofti, ilmas in deessi, maqaa isaas Amaanu'el jettee in moggaafti; Amaanu'el jechuunis Waaqayyo nuu wajjin jira jechuu dha. Macaafa Isaayaas Raajichaa 7:14

Macaafa Qulqulluu keessatti raajichi Isaayaas Yesus dhalachuu isaa waggaa 700 dura waa’ee dhalachuu Yesus raajii dubbateera. Raajichi durbi ulfooftee ilma akka deesse dubbateera. Raajii keessatti maqaan mucaa dhalatu Ami'el akka ta'u dubbatameera. Hiikni maqaa Amaanu'eel nu waliin Waaqayyodha.

Raajichi kan raawwatame dubroo Maariyaam irraa Yesuus dhalachuu isaati.

Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta'e. Innoo, Kunoo durbi in ulfoofti ilmas in deessi, maqaa isaas Amaanu'el jedhanii in moggaasu jedhe; Amaanu'el jechuun Waaqayyo nuu wajjin jira jechuu dha. Wangeela Maatewos 1:22-23

Waaqayyo nama kan uume akka isa waliin jiraachuu fi waldaa ta’uuf.

Kana booddee Waaqayyo, Kottaa! Akka bifa keenyaatti, akka fakkaattii keenyaattis nama in umnaa! Isaan qurxummii galaanaa irratti, simbiraa fi allaattii qilleensa keessa balali'an irratti, horii qe'ee irratti, bineensa lafaa hundumaa irratti, munyuuqaa lafa irra munyuuqu hundumaa irrattis mootummaa haa qabaatan! jedhe. Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume;. Seera Uumamaa 1:26-27

Garuu Waaqayyoof ajajamuu diduudhaan namni guutummaatti Waaqayyo irraa adda ba’e.

Yommus Waaqayyo gooftaan namicha abboomee, Ija mukkeetii iddoo dhaabaa kana keessa jiran hundumaa irraa in nyaatta; ija mukicha nyaatanii hamaa fi gaarii ittiin beekan sana irraa garuu hin nyaatin! Gaafa isa irraa nyaatte garuu dhuguma in duuta jedhe. Seera Uumamaa 2:16-17

Iyyesuus ilmi Waaqayyoo sababa cubbuu keenyaaf karaa Dubroo Maariyaam gara lafaa dhufe.

Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta'e. Innoo, Kunoo durbi in ulfoofti ilmas in deessi, maqaa isaas Amaanu'el jedhanii in moggaasu jedhe; Amaanu'el jechuun Waaqayyo nuu wajjin jira jechuu dha. WANGEELA MAATEWOS 1፡22-23

Abiy Wakuma Dinsa

#Cal'isaa #Cafaan #Kadhannaa #Waaqayyoo #Yesuus #Kadhannaa #Gooftaa #Waldaa #Lallaba #Fayyina #MacaafaQulqulluu #Qulqulluu #Faarfannaa #Amantii #oromo #Oromiffa #oromia #Oromiyaa #Nagaa #Gammachuu #Abiy #Abiywakuma #Abiywakumadinsa #Dubbachuu # Ethiopia #siyaasa #mootummaa

Sunday, December 15, 2024

የኢየሱስ መወለድ የትንቢቱ መፈፀም ነበር

ስለዚህ ጌታ ራሱ ምልክት ይሰጣችኋል፤ እነሆ፥ ድንግል ትፀንሳለች፥ ወንድ ልጅም ትወልዳለች፥ ስሙንም አማኑኤል ብላ ትጠራዋለች። ትንቢተ ኢሳይያስ 7፡14

በመጽሃፍ ቅዱስ ነቢዩ ኢሳያስ ስለ ኢየሱስ መወለድ ትንቢትን የተናገረው ኢየሱስ ከመወለዱ ከ700 አመት በፊት ነበር። ትንቢቱም ድንግል እንደምትጸንስ ወንድ ልጅም እንደምትወልድ ተናግሮ ነበር። የሚወለደው ልጅ ስም አማኤል እንደሚባል በትንቢቱ ተነግሮ ነበር። አማኑኤል የሚለው ስም ትርጉም እግዚአብሄር ከእኛ ጋር ማለት ነው።

ትንቢቱ በኢየሱስ ከድንግል ማርያም መወለድ ተፈጸመ። 

በነቢይ ከጌታ ዘንድ፦ እነሆ፥ ድንግል ትፀንሳለች ልጅም ትወልዳለች፥ ስሙንም አማኑኤል ይሉታል የተባለው ይፈጸም ዘንድ ይህ ሁሉ ሆኖአል፥ ትርጓሜውም፦ እግዚአብሔር ከእኛ ጋር የሚል ነው። የማቴዎስ ወንጌል 1፡22-23 

እግዚአብሄር ሰውን የፈጠረው ከእርሱ ጋር እንዲኖር እና ህብረት እንዲያደርግ ነበር። 

እግዚአብሔርም አለ፦ ሰውን በመልካችን እንደ ምሳሌአችን እንፍጠር፤ የባሕር ዓሦችንና የሰማይ ወፎችን፥ እንስሳትንና ምድርን ሁሉ፥ በምድር ላይ የሚንቀሳቀሱትንም ሁሉ ይግዙ። እግዚአብሔርም ሰውን በመልኩ ፈጠረ፤ በእግዚአብሔር መልክ ፈጠረው፤ ወንድና ሴት አድርጎ ፈጠራቸው። ኦሪት ዘፍጥረት 2፡26-27

ነገር ግን እግዚአብሄርን ባለመታዘዙ ሰው ከእግዚአብሄር ፍጹም ተለያይቶ ነበር።

እግዚአብሔር አምላክም ሰውን እንዲህ ብሎ አዘዘው፦ ከገነት ዛፍ ሁሉ ትበላለህ፤ ነገር ግን መልካምንና ክፉን ከሚያስታውቀው ዛፍ አትብላ፤ ከእርሱ በበላህ ቀን ሞትን ትሞታለህና። ኦሪት ዘፍጥረት 2፡16-17

የእግዚአብሄር ልጅ የሆነው ኢየሱስ በድንግል ማርያም በኩል ወደምድር የመጣው በሃጢያታችን ምክኒያት ነው።

አቢይ ዋቁማ ዲንሳ Abiy Wakuma Dinsa

#ፀሎት #ፈቃዱ #መልስ #ኢየሱስ #ጌታ #ጋብቻ #ቤተክርስትያን #አማርኛ #ሚስት #መዳን #መፅሃፍቅዱስ #ክሪስማስ #እምነት #ወንድ #ፍቅር #ትዳር #ሰላም #ልደት #አቢይ #አቢይዋቁማ #አቢይዋቁማዲንሳ #እወጃ #መናገር #ፅናት #ትግስት #ገና

Dhalachuun Yesus Raawwii Raajichaa Ture

 Dhalachuun Yesus Raawwii Raajichaa Ture

Kanaafis Waaqayyo ofii isaatii milikkita isiniif in kenna; kunoo, durbi in ulfoofti, ilmas in deessi, maqaa isaas Amaanu'el jettee in moggaafti; Amaanu'el jechuunis Waaqayyo nuu wajjin jira jechuu dha. Macaafa Isaayaas Raajichaa 7:14

Macaafa Qulqulluu keessatti raajichi Isaayaas Yesus dhalachuu isaa waggaa 700 dura waa’ee dhalachuu Yesus raajii dubbateera. Raajichi durbi ulfooftee ilma akka deesse dubbateera. Raajii keessatti maqaan mucaa dhalatu Ami'el akka ta'u dubbatameera. Hiikni maqaa Amaanu'eel nu waliin Waaqayyodha.

Raajichi kan raawwatame dubroo Maariyaam irraa Yesuus dhalachuu isaati.

Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta'e. Innoo, Kunoo durbi in ulfoofti ilmas in deessi, maqaa isaas Amaanu'el jedhanii in moggaasu jedhe; Amaanu'el jechuun Waaqayyo nuu wajjin jira jechuu dha. Wangeela Maatewos 1:22-23

Waaqayyo nama kan uume akka isa waliin jiraachuu fi waldaa ta’uuf.

Kana booddee Waaqayyo, Kottaa! Akka bifa keenyaatti, akka fakkaattii keenyaattis nama in umnaa! Isaan qurxummii galaanaa irratti, simbiraa fi allaattii qilleensa keessa balali'an irratti, horii qe'ee irratti, bineensa lafaa hundumaa irratti, munyuuqaa lafa irra munyuuqu hundumaa irrattis mootummaa haa qabaatan! jedhe. Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume;. Seera Uumamaa 1:26-27

Garuu Waaqayyoof ajajamuu diduudhaan namni guutummaatti Waaqayyo irraa adda ba’e.

Yommus Waaqayyo gooftaan namicha abboomee, Ija mukkeetii iddoo dhaabaa kana keessa jiran hundumaa irraa in nyaatta; ija mukicha nyaatanii hamaa fi gaarii ittiin beekan sana irraa garuu hin nyaatin! Gaafa isa irraa nyaatte garuu dhuguma in duuta jedhe. Seera Uumamaa 2:16-17

Iyyesuus ilmi Waaqayyoo sababa cubbuu keenyaaf karaa Dubroo Maariyaam gara lafaa dhufe.

Kun hundinuu inni Waaqayyo gooftaan afaan raajichaatiin dubbate akka raawwatamuuf ta'e. Innoo, Kunoo durbi in ulfoofti ilmas in deessi, maqaa isaas Amaanu'el jedhanii in moggaasu jedhe; Amaanu'el jechuun Waaqayyo nuu wajjin jira jechuu dha. WANGEELA MAATEWOS 1፡22-23

Abiy Wakuma Dinsa

#Cal'isaa #Cafaan #Kadhannaa #Waaqayyoo #Yesuus #Kadhannaa #Gooftaa #Waldaa #Lallaba #Fayyina #MacaafaQulqulluu #Qulqulluu #Faarfannaa #Amantii #oromo #Oromiffa #oromia #Oromiyaa #Nagaa #Gammachuu #Abiy #Abiywakuma #Abiywakumadinsa #Dubbachuu # Ethiopia #siyaasa #mootummaa

Thursday, November 7, 2024

የክህነት ህይወት አቢይ ዋቁማ ዲንሳ The Life of Priesthood Abiy Wakuma Dinsa

የክህነት ህይወት አቢይ ዋቁማ ዲንሳ The Life of Priesthood Abiy Wakuma Dinsa